Yuunivarsiitii Madda Walaabutti simpooziyeemin sadarkaa biyyoolessaatti oomishtummaa qamadii fooyyessuu irratti xiyyeefatee gageefame

Yuunivarsiitii Madda Walaabutti simpooziyeemin sadarkaa biyyoolessaatti oomishtummaa qamadii fooyyessuu irratti xiyyeefatee kan guyyoota lamaaf turu gaggeefamaa jira. Waltajjii kana iratti bu’aawwan qoranno qorattoota dhaabbilee barnoota ol’aanoo biyyattii keessatti argamanii fi dhaabbilee qorannoo addaa addaa irraa dhufaniin dhiyaatee irratti marii’atama.
Yuunivarsitii Madda Walaabuu!
በመደ ወላቡ ዩኒቨርስቲ የስንዴ ምርታማነትን ማሻሻል ላይ ያተኮረ አገር አቀፍ የምርምር ስምፖዝየም እየተካሄደ ይገኛል ። ስምፖዝየሙ ለሁለት ቀናት የሚቆይ ሲሆን ከተለያዩ ዩኒቨርሲቲዎች እና የምርምር ማዕከላት የተውጣጡ ተመራማሪዎች የምርምር ውጤቶችን አቅርበው ዉይይት ይደረግበታል ።
መደ ወላቡ ዩኒቨርስቲ!
May be an image of 3 people and beard
May be an image of 2 people

Leave a Reply

Your email address will not be published.