Baga Gamanne! Baga Gammaddan!!! እንኳን ደስ አለን! እንኳን ደስ አላችሁ!!!

Yuunivarsiitin Madda Walaabuu Paarkiin Biyyoolessaa Gaarren Balee UNESCO iratti hambaa Adunyaa ta’uun galmaa’uu isaatin gammachuu itti dhaga’ame ibsaa akkuma adeemsa galmeesisuu kana keesatti qooda guddaa fudhataa ture hawwata turistii naanichaa kan biroos addunyaa iratti beeksisuu irattis hojii hojjetu daran cimsee kan itti fufu ta’a.

መደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ የባሌ ተራሮች ብሔራዊ ፓርክ በተባባሩት መንግስታት የትምህርት የሳይንስና እና የባህል ድርጅት /ዩኔስኮ/ በዓለም ቅርስነት በመመዝገቡ የተሰማውን ደስታ እየገለጸ ዩኒቨርስቲው በማስመዝገቡ ሂደት ሚናውን እንደተጫወተ ሁሉ ፓርኩንና ሌሎችንም የአከባቢውን የቱሪስት መስህቦች ለዓለም የማስተዋወቁን ስራ አጠናክሮ ይቀጥላል ፡፡

Leave a Reply

Your email address will not be published.